undefined undefined undefined undefined
Ayyaana Irreechaa Malkaa Loomicaa Qaallittii Gaallabuu Bara kana Irreefatamuuf Qophiin jiru Daawwatame.
Sirni jalqabsiisa Ashaaraa magariisaa Naannoo Oromiyaa bara 2016 Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti iddoo hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Federaalaa argamanitti eegale.
Sirni dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa baranaa, Naannoo Oromiyaa iddoo Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hooggantoonni Olaanoo Naannichaafi Federaalaa argamanitti Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti eegaleera.
Bara kana Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu gosa gara garaa biiliyoona 4.9 dhaabuuf karoorfameera.
Pireezdaantiin Yuunivarsitii Dambi Dolloo Doktar Lataa Tasfaayee Akkasumas itti aantotni Pireezdaantota Yuunivarsitii Dambi Dolloo Sagantaa kana irratti Hirmaachuun Ashaaraa isaanii ka'anii jiru.
Tiktok : https://tiktok.com/@dambidollouniversity
Telegram : https://t.me/DaDUempower
Youtube : https://www.youtube.com/@DambiDolloUniversity
Twitter : https://twitter.com/dambi_dollo

Dambi Dollo University Held a Discussion on the Exit Exam Protocol
The university discussed on the protocols for conducting the Exit Exam for the 2016 Academic year in consultation with a delegated person from the minister of education, ensuring its smooth execution in alignment with the protocols established by the Ministry of Education.