undefined undefined undefined undefined

    Get Appointment

    CircleCircle
    BlogFebruary 10
    Barattoota bara barnootaa 2017 sagantaa fooyya’insaaf (Remedial program) gara Yunivarsitichaatti ramadaniif simannaan taasifameef jira
    Simannaa kana irratti pirezedaantii fi Itti Aantonni Pirezedaantii Yuniversitichaa, akkasumas; hoggantoonni sadarkaa garaagaraa irratti argamuun barattootaaf ergaa baga nagaan dhufatanii dabararsuun bara barnoota gaarii akka ta’uufii hawwaniiruf.
     
    Dambi Dollo University extends a warm welcome to students enrolled in the Remedial Program.
    A ceremony was conducted to greet the students assigned to the University for the 2017 academic year within this program. The event was graced by the presence of the University President, Vice-Presidents, and various leaders from different levels, all of whom delivered congratulatory messages to the students and expressed their best wishes for a successful academic year.