undefined undefined undefined undefined

    Get Appointment

    CircleCircle
    BlogJune 28

    Sirni jalqabsiisa Ashaaraa magariisaa Naannoo Oromiyaa bara 2016 Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti iddoo hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Federaalaa argamanitti eegale.

    Sirni dhaabbii  biqiltuu Ashaaraa magariisaa baranaa, Naannoo  Oromiyaa iddoo Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hooggantoonni Olaanoo Naannichaafi Federaalaa argamanitti Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti  eegaleera.

    Bara kana  Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu gosa gara garaa biiliyoona 4.9 dhaabuuf karoorfameera.

    Pireezdaantiin Yuunivarsitii Dambi Dolloo Doktar Lataa Tasfaayee Akkasumas itti aantotni Pireezdaantota Yuunivarsitii Dambi Dolloo Sagantaa kana irratti Hirmaachuun Ashaaraa isaanii ka'anii jiru.

    Tiktok :  https://tiktok.com/@dambidollouniversity
    Telegram :  https://t.me/DaDUempower
    Youtube :  https://www.youtube.com/@DambiDolloUniversity
    Twitter :  https://twitter.com/dambi_dollo