undefined undefined undefined undefined

    Get Appointment

    CircleCircle

    Sport Festival

    Events Detail
    Kilabii Kubbaa Miillaa Yuunivarsitii Dambii Dolloof Simannaa Ho’aan Taasifame
    Kilabiin kubbaa Miillaa Yuunivarsitii Dambii Dolloo bara kana waldorgommii pirimeer Liigii Oromiyaa marsaa 1ffaa istaademii Magaalaa Naqamteetti gaggeeffameen sadarkaa 2ffaan xumuree jira. Hoggantoonni yuunivarsiitichaa, hawaasni, fi barattoonni waliin ta’uun ga'umsa garee kanaatti gammaduun guyyaa har'aa (9/5/2017) taphattootaaf simannaa ho'aa taasisaniiru.
     
    Warm Welcome to the University’s Football Club
    Dambi Dollo University's Football Club participated in the first round of the current Oromia Premier League, which took place at Nekemte Stadium and secured an impressive second position in the standings for this round. Consequently, University officials, along with community members and students, expressed their satisfaction with the team's performance and warmly welcomed the players today (9/5/2017).
    Dream big, achieve bigger – DaDU FC

    Category