undefined undefined undefined undefined
In the workplace, unity is not just about working together; it's also about growing together. When we unite for a common goal, we transform challenges into opportunities, and dreams become a reality.
The Grade 12 national examinations in Natural Sciences and Social Sciences, administered in both online and paper-based formats at our university, have concluded safely and successfully. This is more than success; it serves as proof of what can be achieved through the power of unity and realizes the inspiring motto of "Empowering Generation”!
On behalf of DaDU and myself, I would like to express my deepest gratitude for your vital role in ensuring the successful administration of the Grade 12 examinations.
May all our students achieve the success they deserve!
Tokkummaan dhaabbata ykn waajjira tokko keessa waliin hojjechuu qofa utuu hin taane waa’ee waliin guddachuuti. Kaayyoo waloo jalatti yeroo tokkoomnu gufuu gara carraatti, mul’ata immoo gara galma ga’iinsaatti jijjiirra. Qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa, Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa kan toora interneetii fi waraqadhaan yuunivarsiitii keenyatti kennamaa ture nagaa fi milka’inaan xumuramera.
Kun milkaa’ina caalaa; cimna tokkummaa cichoomina qabuu fi dhaadannoo "Dhaloota Ga’oomsuu" jedhu dhugoomsuu dha . Qormaatni kun milkaa’inaan akka xumuramuuf namoonni hunduu dirqama dhaloonni isinirraa barbaadu tokkummaadhaan waan bahataniif, maqaa koo fi maqaa Yuunivarsitii keenyaa guddaa galatooma isiniin jedha.
Barattoota keenyaaafis milkaa'ina guddaan hawwaa
አንድነት በአንድ ተቋም ዉስጥ አብሮ መሥራት ብቻ ሳይሆን አብሮ ማደግ ነው። በአንድ ዓላማ ሥር ስንተባበር፣ ተግዳሮቶችን ወደ እድሎች፤
ራዕይን ወደ ስኬት እንለውጣለን።
በዩኒቨርሲቲያችን በኦንላይን እና በወረቀት ላይ ስሰጥ የነበረዉ የ12ኛ ክፍል የተፈጥሮ ሳይንስ እና ማህበራዊ ሳይንስ ብሔራዊ ፈተናዎች
በሰላም እና በስኬት ተጠናቋል::ይህ ከስኬትም በላይ የአንድነት ጥንካሬ እና"ትውልድን ማብቃት" የምለዉን መሪ ቃል እዉን ማድረግ ነዉ::
ስለሆነም ይህ የዘንድሮ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና በተሳካ ሁኔታ እንዲጠናቀቅ ላደረጋችሁት ሚና በዩኒቨርሲቲዉና በራሴ ስም ከልብ
አመሰግናለሁ።
ለተፈታኝ ተማሪዎቻችንም መልካም ዉጤትን እመኛለሁ፡፡
ታደሰረጋሳ(ፒኤች.ዲ)
ደምቢዶሎዩኒቨርሲቲ
ተ/ፕሬዝዳንት
Follow us on፡
Telegram : https://t.me/DaDUempower
Youtube : https://www.youtube.com/@DambiDolloUniversity
Twitter : https://twitter.com/dambi_dollo